Features Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi
Seenaa Nabiyyii 440 bifa gaaffif deebiin qophaaye.Seenaa Rasuulaa beekuun bu’aa hedduu qaba.
Rabbiin keenna seenaa warra asiin dura dabree hedduu isaani Qur’aana keesssatti nuuf himee jira.
Seenaa warra dabree kana keessatti gorsatu jira bjedhe Rabbiin [s.w] nama waab xiinxalluuf.
Rabbiin suuraa Yuusuf aayata [111] keessatti "Seenaa warra darbee isiniif odeesinee jirraa, Akka qalbiin teessan iimaana irraattii gadi dhaabbatuf”.
Kun bu’aa seenaan qabuudha.
Kanaafuu muslima irraatti seenaa Rasuulaa [s.a.w] beekun dirqama
Secure & Private
Your data is protected with industry-leading security protocols.
24/7 Support
Our dedicated support team is always ready to help you.
Personalization
Customize the app to match your preferences and workflow.
See the Gaaffif Deebii 440 Seenaa Nabi in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above